Barnoonni kun Baratoota Universiitii, Ogeessotaafii akkasumas kaneen biroo kan Afaan Ingliffa sirritti dubachuu barbaadaniif fayada.
This course can be used by university students, professionals, and others who want to speak English well.
Barnoonni kun Afaan Ingliffa yeroo gababaa keessatti akka barattu si gargaara. Yoo guyyaa keesssatti barnoota sagaleedhaan laataman hordofte, Ingliffa salphaa ji'a ja'a keessatti barta. Haata'u malee, Barnooni Inliffaa tataaffii guddaa barbaada.
These lessons will help you learn to speak English in a short period of time. If you practice one or two hours each day with the lessons on the audio recordings, you should be able to speak simple English within six months. However, learning English will require hard work each day.
Barnoonni kun namoota Afaan Ingliffaa Jalqabaniifis ta'e Kan duraan beekaniif ni fayada. Barnoonni kun kan jalqabanittis baayee ulfaataa miti; kan beekaniifis baayee salphaa miti. Barnoonni kun baratoota barsiisaa malee barachuu barbaadaniifis ni ta'a. Garuu, akka gaariitti haala itti dubisan barachuudhaaf torbanitti sa'atii lama barsiisaa Ingliffa waliin shaakaluun gaarii dha.
This course can be used by both beginning and advanced English students. The lessons are neither too difficult for a beginning student nor too easy for an advanced student. They can also be used by students who want to study without an instructor. However, you will learn better pronunciation if you practice for two hours each week with an English teacher.
Barnoota Ingliffa kana duukaa bu'uuf, seera sadii hardofuun barbaachisa dha.
There are three simple rules to follow in this English course:
Ingliffa sirritti dubachuu baruuf, sagalee kee olfuutee dubbachuu qabda.
Olfuutee fi qulquleesite kan dubbachuu dandeessu yoo barnoota sagaleedhaan kenaman hordofte.
1. To learn to speak English correctly, you must speak it aloud.
It is important that you speak loudly and clearly when you are practicing with the recorded lessons.
Afaan Ingliffa siritti dubbachuuf, Afaan Ingliffaan Yaaduu qabda.
Yoo deebii kee dubbisaa jirta ta'e, Afaan Ingliffaan yaadaa jirta miti. Takka gilgaalichi siif galaan, osoo barnooticha bareefaman hin ilaaliin ni deebifta. Samuu kee akka inni deebii isaaf yaadu gochuun afaan kamiyyu baruuf si gargaara.
2. To learn to speak English fluently, you must think in English.
You are not "thinking" in English if you are reading your answers. Once you understand each exercise, it is very important that you respond without looking at the printed lesson. Making your mind work in order to think of the answer is an important part of learning a language.
Yoo Ingliffa sirri sagalee kee ol fuutee dubbata ta'e, carraa Ingliffaa sirrii daftee baruu qabda.
Barnoonni kam iyyuu yeroo jalqabdu ni ulfaata. Garuu, akka shaakalaa deemteen barachaa deemta. Hanga gilgaala yaadannoo kee osoo hin ilaaliin hojechuu dandeessutii shaakaluu qabda. Yeroo baayee baratoota keenyaan "Gaariitti kan Ingliffa baratu yeroo gurri kee kan afaan kee sirritti dubatu dhaga'u dha. " jenna.
3. The more you speak correct English aloud, the more quickly you will learn to speak fluently.
Every lesson will be difficult when you start. However, as you practice, you will learn to speak correctly. You must practice until you can repeat the exercises fluently without looking at the printed lesson. We often tell our students, "You will learn best when your ears hear your mouth speaking correct English. "
Barnoota kanan fayyadamuudhaaf, Acrobat Reader fi Windows Media Player compuutera kee irratti qabaachuu qabda.
Lameenuu galmee weebsaayitii irraa Download PDF Reader ykn Download Media Player kan jedhu irra tukuudhaani.
Osoo PDF Reader ykn Media Player hin baaniin dura, barnoota Download
banii sagalee
taphachiisi.
Yoo Download
in banamuu dide, PDF Reader si barbachisa jechuudha.
Yoo sagaleen hin jiru ta'e, Media Player si barbaachisa.
To use these lessons, you will need both Acrobat Reader and Windows Media Player on your computer. Both can be downloaded free from the Home page by clicking on Download PDF Reader or Download Media Player. (Try opening a Download
lesson and playing the sound
before you download either the PDF Reader or Media Player. If the Download lesson will not open, you need the PDF Reader. If there is no sound, you need the Media Player. )
Help isa jedhu tuqi yoo isbsa tokko tokkoo mata dura sana barbaade.
2. Click on the Help link for an explanation of the icons used in the lessons.
Yemmuu barnoota haaraa jalqabdu,
Lesson Vocabulary mata duree jedhu tuqi.
Fuula hiika jechootaa priintii godhadhu.
Hiika jechootaa tokko tokkoon qo'adhuu, afaan keetti geedari.
Hiika jechootaa yaadanoo xiqqoo irratti bareesi fakka qabatee deemuu dandeessutti.
Hiika jechootaa guyya guyyaatti ilaali.
3. When you begin a new lesson, click on the Lesson Vocabulary icon. Print the vocabulary pages. Then study each English vocabulary word and write its meaning in your language. Write new vocabulary words and expressions in a small notebook that you can carry with you. Review vocabulary frequently during the day.
Lesson 1 irra tuqi.
Yemmu Lesson 1 banamu,
Media isa jedhu tuqi.
Sagaleen media kana irra akka fakeenya kana dhageeffatu si gaafata. ("Listen to the example.")
Achii booda, baratoota fakeenya sanaaf deebii Ingliffaan deebisan dhageessa. Baratoonni kun shaakala sagaleen godhaa jiru.
Fakeenyonni lameen duraa akkamitti qo'atee akka deebii lattu sitti agarsiisu.
Yeroo mara sagalee ol fuudhuun shaakali.
4. Click on Lesson 1. When Lesson 1 opens, click on the Media icon
. The voice on the audio recording will ask you to listen to the example ("Listen to the example"). Next, you will hear an example of students responding in English as they use the recording for their own English practice. The examples in the first two lessons show you how to respond as you study. Always practice the exercises by speaking out loud.
Yeroo barnoota haaraa jalqabdu,barnoota bareefaman sirritti dubisuuf meesha sagaleetiin shaakali. Garuu, barnootichi edda siif gale afaaniin shaakaluuf yaali osoo barrefama hin ilaaliin. Hanga salphaatti osoo yaadanookee hin ilaaliin jechuu dandeessuti irra deebii'ii shaakali.
5. When you begin a new lesson, you may read the written lesson as you repeat the exercises with the audio recording. However, after you understand the lesson, do the speaking exercises without looking at the written exercises. Practice each exercise until you can say it exactly as you hear it on the recording without looking at the written lesson.
Kana gochuu dandeenyaan, gilgaalicha meesha sagalee fayyadamuun guyyoota shaniif sa'a tokkoo hanga sa'a lamatti shaakallii godhi. See More isa jedhu tuqi. Kuni dubbii afaan Ingliffaa torbanitti sa'a 10 akka shaakaltu si godha. Kaayyoon kee hiika jechootaa fi hiika himaa baruu dhaa olidha. Kaayyoon kee Ingliffa sirritti dubachuu danda'uun namoota afaan Ingliffa dubbatan waliin walii galuu danda'uudha.
6. If you are able to do so, practice the exercises using the audio recordings for one to two hours a day for five days each week. (Click on See More. ) This will give you 10 hours of spoken English language study each week. Your purpose is much more than merely knowing the vocabulary words and understanding the meaning of the sentences. Your purpose is to be able speak each sentence so fluently that any English-speaking person can easily understand what you are saying.
Gilgaalota darban torbanitti takka irra deebi'i.
7. Review exercises from previous lessons once each week.
Teepii of bira kaawwachuun, meesha sagalee irra waraabachuuf yaali.
Barnoota sagaleen warabachuufis ta'e barreefaman priintii godhachuuf, qaama AB jedhu fuula barnoota ykn Download
kutaa jedhu irraa.
Compuuterri kee kaneen lameen banuuf yoo rakina yaadanoo qaba ta'e, Lesson Downloads kan jedhuun lameensaaniiyuu waraabadhu ykn priintii gadhadhu.
Walakaa isaa karaa A kan daqiiqaa 60 fudhatu teepii keeti fi walaka isaa kara B tti warabadhu.
Karaan A karaa B irra yoomiyyu waan caaluuf, yeroo karaan A cufamu Bn itti fufa.
Akkasumas MP3 ykn CDs Lesson Downloads tti fayadamuu dandeessa.
8. You can place an audio tape recorder next to your computer speakers in order to make a tape cassette copy for your personal use. For recording and printing, use the AB part of each lesson from the Home page or the "Download"
section from a lesson page. (If your computer does not have enough memory to open both documents at once, use the Lesson Downloads link on the Home page and record or print each document separately. ) You can record the A half on one side of a 60-minute cassette recording tape, and the B half on the other side. The A half is always longer than the B half so that you can turn the tape over immediately after the A part is finished. You can also make MP3 compact discs (CDs) from the Lesson Downloads link on the Home page.
Kaayyoon barnoota kanaa akka ati afaan Ingliffaa sirritti dubbattuf sigargaaruuf. Barnooni kun hima Ingliffa salpha waan fayadamuuf bartoota jalqabaafis ta'e kaneen beekaniif miija'adha. Baratoota jalqabaaf kara salphaan Ingliffa barachuuf fayyadu, himoota salpha yeroo mara itti fayadamu fayadamuudha. Baratoota beekaniif, karaa salphaan itti Ingliffa baratan jecha tokko hanga sirritti dubisuu danda'anti,irra dedeebi'anii dubachudha. Baratootni gosa lameenuu Ingliffa sirritti barachuuf Ingliffa gosa tokko barachuu qabu. Kanaafi barnoonni kun gara fuulduratti baayee faayidaa qabu kan jennu. Yeroo mara yeroo barnoota irra deebitu waan haaraa Ingliffa sirritti dubbachuuf si gargaarran agratta.
The purpose of this course is to teach you to speak fluent English. This course uses normal English sentences and is suitable for both beginning and advanced students. For a beginning student, the best way to learn spoken English is to use normal sentences that are used every day in conversation. For an advanced student, the best way to become fluent in English is to use these same normal sentences until they can be said correctly with good pronunciation. The difference between a beginning student and an advanced student is not in which lesson they use, but is in how much time they must spend on each lesson. This is why these lessons are so valuable for continued study. Each time you review the lessons, you will gain greater English speaking fluency.
Barnoonni kun akka yeroo barnoota Ingliffan laataman bareesituu fi galmee isaani akka eegduf sigargaaru. Kun barata jalqaba taatus kan duraan yeroo baayee Afaan Ingliffa barataniif dhuga dha. Baratoonni baayeen akkamittiin xumurtoota akka fayadam Ingliffaa keessatti rakatu. Barnoonni kun xumurtoota Afaan Ingliffa akkamitiin akka siritti fayyadamtu si barsiisa.
These lessons will help you speak fluent English in almost half the time as courses that teach spoken English with writing and grammar. This is true whether you are just beginning or if you have studied English for many years. Most students have the greatest difficulty learning to use the English verb correctly. You will learn how to use the English verb accurately in these lessons.
Hundumaa ol, barnoota hunda irra deebi'i hanga sirritti dubbatutti. Barnoota kana hiika jechoota fi gilgaalota kanaa hojjettus hin fitne. Barnoota kana ammas fixe hin jedhamu hanga himoota Afaan Ingliffan sirriti dubatutti.
Most of all, continue reviewing the lessons until you can repeat each sentence fluently. You have not yet finished the course even if you know the vocabulary and understand the exercises. You have not truly finished the course until you can use each sentence in fluent English conversation.
Adunyaa kana keessatti eessa yu ta'I, Ingliffa barachuudhaan waan gaariin akka isin quunamu isiniif hawina.
Wherever you are in the world, we wish you the best of success as you study English.
Imaala Namicha Gamnaa: Oduu Durii Baratoota Afaan Ingliffaaf
(The Journey of a Wise Man: A fable for English learners)
Kalqa Namicha Gamnaa: Oduu Durii Baratoota Afaan Ingliffaaf
(The Wise Man's Discovery: A fable for English learners)
Odeefanno Kitaaba Barataa (Lesson Text) www.ethnicharvest.org

